Chaayinaa

Chaayinaan, maqaa guutuu Riippabiliika Ummataa Chaayina(Chaayiniffa:中华人民共和国) jedhamuun waammamti, biyya Eshiyaa bahaatti argamtu. Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon Chaayinaa Beejiingi. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 (Beejiingi, Tiyaanjiin, Shaangaayi, fi Choonkiing), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 (Hoongi Koongi fi Makkaa'uu) qabdi. Dabalataanis Chaayinaan Taayiwaan kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'u Taayiwaan garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti

Eshiyaa    

Giddu-galeessa Eshiyaa
Map Central Asia

KaazaakistaanKirgistaanUzbeekistaanTaajaakistaanTarkimeenistaan

Eshiyaa Bahaa

Map-World-East-Asia

Kooriyaa KaabaaKooriyaa KibbaaJaappaanMongooliyaa • Chaayinaa

Eshiyaa Dhihaa
Map world middle east

ArmeeniyaaAzarbaajanBaahireenJi'oorjiyaaIraanIraaqIsiraa'elJoordaanKuweetLibaanonOmaanKaataarSa'ud ArabiyaaSiiriyaaTarkiiYamanYunaayitid Arab Imireetis

Eshiyaa Kibba Bahaa
LocationSoutheastAsia

BirunaayTiimor BahaaFiliippiinsiIndoneeshiyaaKamboodiyaaLaa'osMaleeshiyaaMaaynamaarSingaappoorTaayilaandVeetinaam

Eshiyaa Kibbaa
Map-World-South-Asia

AfgaanistaanBaangilaadishBuutanIndiyaaMaaldivsiNeeppaalPaakistaanSirii Laankaa

Eshiyaa Kaabaa

Raashiyaa

中华人民共和国 (Ch)
Zhōnghuá Rénmín Gònghéguó
Riippabiliika Ummataa Chaayina (Om)
Flag of the People's Republic of China National Emblem of the People's Republic of China
People's Republic of China (orthographic projection)
Magaalaa Guddaa Beejiingi
Afaan Hojii Chaayiniffa
Ballina 9 596 961 km²
Baayyina ummataa 1 350 695 000 (2013)
Tuuta'insa ummataa 140 /km²
Faaruu 义勇军进行曲/Yìyǒngjūn Jìnxíngqǔ
Koodii lakkoofsa bilbilaa +86
Armeeniyaa

Armeeniyaa biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Azarbaajan

Azarbaajan biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Indiyaa

Indiyaan biyya Kibba Eshiyaatti argamtu yoo taatu maqaa guutuu Rippabiliika Indiyaa jedhamuun beekkamti. Indiyaan addunyaarraa ballinaan sadrakaa 7ffaa yoo qabattu baayyina uummtaatin sadarkaa 2ffaarraa jirti. Baayyinni uummata Indiyaa biliyoona 1.2 ta'a.

Indoneeshiyaa

Indoneeshiyaan biyya Eshiyaa bahaatti argamtu. Indoneeshiyaan odolotaarraa kan uummamte yoo taatu walumaagalatti odoloota 17,508 ta'u qabdi.

Iraaq

Iraaq biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Isiraa'el

Isiraa'el biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Jaappaan

Jaappaan biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Emperor : Naruhito

Ji'oorjiyaa

Ji'oorjiyaa biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Kaazaakistaan

Kaazaakistaan biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Kooriyaa Kibbaa

Kooriyaa Kibbaa biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Paakistaan

Paakistaan biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Sa'ud Arabiyaa

Sa'ud Arabiyaa biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Singaappoor

Singaappoor biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Sirilaankaa

Sirilaankaan biyya Garba Indiyaa keessatti kibba Indiyaatti argamtu.

Taajaakistaan

Taajaakistaan biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Tarkii

Tarkii, biyya odolaarraa hundoofte kan Yuurooppi fi Eshiyaa bahaatti argamtu.

Uzbeekistaan

Uzbeekistaan biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Veetinaam

Veetinaam biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Ballina: 329.560 km2

Baayyina uummata: 91.700.000 (2015)

Tuuta'insa ummataa: 246,1

Magaalaa Guddaa: Haanoyii

Yaman

Yaman biyya odolaarraa hundoofte kan Eshiyaa bahaatti argamtu.

Afaan Birran

This page is based on a Wikipedia article written by authors (here).
Text is available under the CC BY-SA 3.0 license; additional terms may apply.
Images, videos and audio are available under their respective licenses.