Biraazil

Biraazil biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Federaalawaa Riippabiliika Biraazil (Oromoo)
Flag of Brazil Coat of arms of Brazil
Brazil (orthographic projection)
Ballina km²
Baayyina ummataa ()
Tuuta'insa ummataa /km²
Faaruu
Koodii lakkoofsa bilbilaa +
Montagem Brasília
Magaalaa guddoo Brasília
Ameerikaa Kaabaa

Ameerikaa Kaabaan ardii adunya kessatti Hemisphere Kaabaa fi bayyinan immo Hemisphere Dhihaati argamtu dha. Kan dangeffamte immo kaaban Garba Arkitiikiin, bahaan immo Garbi Atilaantiik kaabaan, kibba-bahan Garba Karibiyaanii, kibba fi dhihaan immo Garbi Paasifiikii kaabaan, kibba-bahaan immo Ameerikaa Kibbaa. Ameerikaa Kaabaa fi Kibbaa kutaa lafa ismasii Panaamaa (Isthmus of Panama) jedhamuun walitti qabamu. Ameerikaa Kaabaan ballina lafa hanga 24,490,000 isquweer kiilomeetira (9,450,000 isq mi) yoo qabaatu kuni immo parsentii fuula addunyaa keessaa parsentii 4.8 qabata yookan immo parsentii fuula lafaa (bishaan malee) yoo ilaalan parsentii 16.4% qabata. Akka Onkoloolessa 2006tti ilallametti bayyinni ummatta ardii kanaa tilmaaman 514,600,000 cala. Ballina lafaatin addunyaa keessaa ardii sadaffa irratti argamtu yoo taatu kunis Eshiyaa (tokkoffa) fi Afrikaa (lammaffa)tti aanteti. Bayyina ummataan immo addunyaa keessaa ardii afurrafa irratti argamtu yoo taatu kunis Eshiyaa (tokkoffa), Afrikaa (lammaffa) fi Yuurooppi (sadaffa)tt aanteti. Ameerikaa Kaabaa fi Kibbaa walumma galatti Ameerikaas jedhamani waammamu. Ameerikaan Kaabaa Yunaayitid Isteetis fi Kanaadaa of keessaa qabdi.

Ameerikaas

Ameerikaan maqaa ardiilee Ameerikaa lamaan Ameerikaa Kaabaa fi Ameerikaa Kibbaa walitti qabatu.

Arjentiinaa

Arjentiinaa biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Baarbeedoos

Baarbeedoos biyya odolootaa kan Antiiliis Xiqqicha keessatti argamtu. Biyyi kun dheerinaan 34km (21mi), dalgeen 23km (14mi) yoo taatu ballina 432km ta'u qabdi.

El Salvaador

El Salvaadorn biyya Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jirtu.

Fireenchi Giyaanaa

Fireenchi Giyaanaan biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Gu'aatimaalaa

Gu'aatimaalaan biyya Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jirtu.

Honduraas

Honduraas biyya Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jirtu.

Iqqu'aador

Iqqu'aador biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Jamaayikaa

Jamaayikaan biyya odolootaarraa uummamte kan Garba Karibiyaanii keessa jirtu.

Kolombiyaa

Kolombiyaa biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Kostaa Rikaa

Kostaa Rikaan biyya Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jirtu.

Kuubaa

Kuubaan biyya odolootarraa uummamte kan naannoo Karibiyaan jirtudha. Biyyi Kuubaa odola guddaa tokko, Isla de la Juventud fi odoloota xixiqqaa bayyeerraa uummamte. Magaalaan guddoo Kuubaa Havaanaa dha. Magaalaan guddinaan lammaffaa ammoo Santiago de Cuba ti.

Meeksikoo

Meeksikoo biyya Ameerikaa Kaabaa keessa jirtu.

Nikaraagu'aa

Nikaraagu'aan biyya Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jirtu.

Panaamaa

Panaamaan biyya Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jirtu.

Paraaguwaay

Paraaguwaay biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Peeruu

Peeruu biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Venezu’eelaa

Venezu’eelaan biyya Ameerikaa Kibbaa keessa jirtu.

Ameerikaa
Ameerikaa KaabaaKanaadaaUSAMeeksikooGriinlaandiAmericas (orthographic projection)
Ameerikaa Giddu Galeessaa BeliizEl SalvaadorGu'aatimaalaaHonduraasKostaa RikaaNikaraagu'aaPanaamaa
Karibiyaan Antiiguwaa fi BaarbuudaaBahamaasBaarbeedoos • Dominiikaa • GiranaadaaHeyitiiJamaayikaaKuubaaRippabiliika DominiikaanSeenti Kiitsi fi NeevisSeenti LuushiyaaSeenti Viinsenti fi GiranadiinsiTirinidaadi fi Tobeegoo
Ameerikaa Kibbaa Arjentiinaa • Biraazil • BoliiviyaaChiiliiFireenchi GiyaanaaGayaanaaIqqu'aadorKolombiyaaPeeruuParaaguwaaySuriinaamUraaguwaayVenezu’eelaa

Afaan Birran

This page is based on a Wikipedia article written by authors (here).
Text is available under the CC BY-SA 3.0 license; additional terms may apply.
Images, videos and audio are available under their respective licenses.